02/19/2024
Akamiti akaa midhamesi hubannon kenya xiqqadha akii iti jirus Akka hin qabu aka tahuuf demnus garrin kenya in hubatu aka gochuu qaabnus hin goone . gaafum gadda gaddu. gafuma injifaanno dhichiissun kuni hiikka hin qabu . bekka kenyafi goota kenyaf kabajaa kenu waal tufachu dhissu . garuu amoo jarammu dadhaabun kenya saba, bin maal ?