oromo faristi

oromo faristi oromo faristt

20/03/2026

Learn how you can resolve issues with your Meta business accounts, including ad accounts or commerce accounts.

25/09/2025

As wr wb.
Kana sirritti dubbisaa keessatti uf ilaala. Gorsa ajaa'ibaa qaba.
DuRessa sh*ta shek Adam. Sadow
👇👆
====================
Obboleessa kiyya obboleettii tiyya ilma namaa yoo fayyaduu hin dandayin hin miidhin, yoo gammachiisuu hin dandayin hin rifachiisin, yoo cinaa dhaabbatuu hin dandayin rakkoo isaatti itti hin gammadin, yoo gammaduuf hin dandayin hin hassadin, yoo faarsuu hin dandayin hin arrabsin.
dhaamsa kana fudhannaan garaan kee qulqulluudha yoo fudhatuu dadhabde keessi kee akka wasakaawe hin gaafatin.

Waliif gammaduu, waliin gammaduu fi walgargaaruus Rabbiin nuhaa badhaasu.

05/06/2025
13/10/2023
13/10/2023
13/10/2023
13/10/2023
13/10/2023

Address

Sanaa

Telephone

+967773707431

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when oromo faristi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to oromo faristi:

Share

Category