Jimaa Qeroo

Jimaa Qeroo Ethiopia

JIREENYA KEETTIN MADDAALI!🌅🌄=====================================▬▬▬▬▬▬▬▬▬✍️ : Yeroo hundumaa abdii haaraa fi gammachuu ...
08/04/2025

JIREENYA KEETTIN MADDAALI!🌅🌄
=====================================
▬▬▬▬▬▬▬▬▬

✍️ : Yeroo hundumaa abdii haaraa fi gammachuu addaatiin oolmaa kee gaggeeffachuu yaali! Gatii baasuu qabdus baasi! Namni abdii fi gammachuu qabu waan haaraa hojjechuuf cimina hunda caalu qaba.

✍️ : Haalota oolmaa kee keessatti si mudatan ilaaltee harka hin kennin! Abdii akka qabdu sammuu keetti himi!
✍️ : Nan kufe jettee abdii hin kutin! Kufuun dhuma jireenyaa miti.
✍️ : Ulfina argadhe jettee hin boonin! Ofiin boonuun galma jireenyaa miti.
✍️ : Kufaatiin isa ta'uuf (bira gahuuf) dhalatte osoo hin ta'in (bira hin gahin) hafuudha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo rakkina keessa darbuun dirqama. Rakkina hin sodaatin!

✍️Mee namoottan addunyaa beekamoo ta'an hunda isaanii qoradhu! Hundi isaanii rakkina hammana hin jedhamne keessa darbanii kan mul'ata argatan.

✍️ Rakkinni yaadni haaraan keessa keetii akka burqu godha! Eenyummaan kee rakkinaan yoo dabalame of argita. Ofitti akka deebitu si godha. Si malee namni si ta'uu danda'u akka hin jirre sitti hima. Namoonni baay'een yoo waa rakkatan waanuma akkasitti hafan of se'uudhaan milkaa'ina cina isaanii jirutti aggaamuu of dhoowwu. Lakki akkas miti eenyuyyuu rakkina baatee kan hafu hin jiru. Yeroodhaaf nutti fakkaata malee. Namni mul'ata qabu, fuuldura isaatti milkaa'ina ilaalu tokko rakkina keessa darbuun waanuma jiru.
Galatooma !
FOLLOW ✍️👉 JimJimaa Qeroo00 966 55 530 8953‎❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi❤❤ijaara❤❤haafi

17/03/2025
10/03/2025

Godaantonni lammiileen Itoophiyaa heddu keessa jiran Jibuutirraa ka'anii Yaman osoo hin gahin bidiruun ittiin garagalee namoonni 180 achi buutensaanii dhabame.

Dhaabbanni godaantotaa IOM ibsa baasen lubbuun jiraachunsaanii yaaddessaadha jedhe.

👉🏾👉🏾 https://bbc.in/4isMe4s

10/03/2025
14/02/2025

♻️𝗪𝗮𝗹𝗮𝗹𝗼𝗼 𝘄𝗮𝗮'𝗲𝗲 𝗵𝗶𝗷𝗮𝗮𝗯𝗮 𝗗𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗶 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝘂 𝘄𝗮𝗿𝗿𝗲𝗲𝗻 🔙𝗦𝗵𝗮𝗺𝗮𝗿𝗿𝗮𝗻 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗸𝗲 𝗦𝗼𝗱𝗮𝗮𝗱𝗵𝘂 𝗵𝗮𝗮𝗹𝗹𝗶 𝗮𝘁𝗶 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗷𝗶𝗿𝘁𝘂 𝗦𝗶𝗻𝗯𝗮𝗮𝘀𝘂 𝗪𝗮𝗹𝗹𝗮𝗵𝗶 𝗯𝗼𝗿 𝗳𝘂𝗹𝗱𝘂𝗿𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 🔙𝗱𝗲𝗲𝗺𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗦𝘂𝗯𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗹𝗹𝗮𝗵 sher like
================
♻️Yaa dubartii maqaaf
Islaama ja'amtu
Tan waan nafsiin
Tee tahi jette taatu
Tan salaata qofa
Islaamummaa seetu
Islaamummaan uffannaa
Fi seera qaban seetu
🔙Akka islaamatti uffachuu
Boodatti hafuu seetu
Faashina Aawrooppaa
Tan qarooma seetu
Akkasuma tahaa
Tan soomantee salaattu
Faallaa islaamaati
Uffannaan isii guutuun
Uffata hin ja'amuu
Waan uffata fakkaatu
Ofitti maxxansitee
🔙Biyya kheessa ooltu
Itti hodhamuun oolu
Waan irraa bahun fakkaatu
Amantii isiitu lama
Wanni isiin dhamaatuuf
Tokkoffaan islaamummaadha
Inni isiin salaattu
Tokko faranjummaadha
Yeroo uffattee baatu
Wallaala jechuttis
Waan namatti ulfaatu×2

🔙Rabbiin si khallaqe
Qadrii khee guddisee
Qur'aanan dubbatee
Ifatti mul'isee
Garii ibaadallee
Khan sirraa Laaffise
Salaata masjirra
Mana khee caalchisee
Amrii jajjabduu
Dhiiruma ba'achiisee
Yaa obboleeytii mee yoo
Gaafii khoo dhageeyse
Ilaahin si khalqe
Maal sitti balleeysee?

🔙Waa'ee khee qur'aanan
Dubbatee jabeeysee
Ajaja khaaliqaa
Martee Lafa kheessee
Maaltu qaama kheetirraa
Hijaaba fageeyse
Amrii Rabbii diddee
Tan eenyuut dhageeyse
Maaltu Adawwii Rabbiitin
Wal si fakkeeysse
Kuffaarri si Abdatee
moodeela qopheeysse
Rabbiin hijaabiidhaan
Qadrii khee jabeeysse
Nama Amrii isaa didee
Waan inni qopheeyse
Mee maal deebisuudhaaf
Eegaa jirta teessee
Qaama khee qaalii
Maaliif dirree kheesse
Kaalama Rabbii guddaa
Maaliif khijibsiistee?×2
🔙DiiniiKeenyaHaaIjaarannu
Garuu Azaabni Rabbii
Akka inni itti jabaatu
Ni beeyta akkan jirre
Bakki itti baatu
Tan ar'a duniyarratti
Akka feete taatu
Duniyaa tana gubbaa
Bara dheeraan jiraattu
Tanaafuu daddafii
🔙Ammumatti toowbadhu
Haala jiraan

Namaa calaa dhugatii siqiiDhugomaan jiradhuuFiraa dhabaa tayii oltee bultee mulataa bu,aqabesaa tateeKan gudiina kee jib...
14/02/2025

Namaa calaa dhugatii siqii
Dhugomaan jiradhuu
Firaa dhabaa tayii oltee bultee
mulataa bu,aqabesaa tatee
Kan gudiina kee jibufii
Kan kufatii kee egufii
Muladhuu argamifii
Kabajamaa tayii
Enyuman ofii inii dhugaa
Yomiyuu sibonsaa
galmaa ketiin siga,aa

Address

Yamen
Mukalla
JIMAAQEROO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jimaa Qeroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share