Mahammad muusin muummee

Mahammad muusin muummee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mahammad muusin muummee, Aden.

07/07/2025
07/07/2025

27.6K likes, 1856 comments. “ ❤️💚❤️ethiopiantiktok🥰🥰 ”

06/07/2025
24/06/2025
15/06/2025

Lammiilee Itoophiyaa Sa'ud Arabiyaatti duuti itti murtaa'e keessaa sadan isaanii murtiin du'aa boru ganama irratti raawwatamuuf akka jedhu maddeen mana hidhaa Naajiraan Sijinaal Ammii OMNtti himan.

Lammiileen kunneen har'a maatii isaanitti nagaa akka dhaabbatan taasifamuu dhageenye.

Kanneen boru ganama murtiin du'aa irratti raawwatamuuf jedhu Fu'aad Ibraahim Adam(Dhalata Godina Harargee Bahaa, Gaara Mul'ataa), Nuuree Yaassin Muummee(Dhalataa Godina Harargee Bahaa, Aanqa Gursum), Ahmad Adam Ahmad(Dhalataa Godina Harargee Bahaa, aanaa Fadiis) akka ta'an maddeen himaniiru.

Lammiilee Itoophiyaa Sa'ud Arabiyaatti murtiin du'aa itti murtaa'e keessaa:-

Ahmad Hasan Ahmad

Najiib Mahaammad Zeynii

Kadir Ibraahim Qaanqoo

Abdullaaaziz Ahmad Habiib

Alii Abdallaa Ahmad

Hizaam Mahaammad Siraak

Mahaammad Sulxaan Goojjam

Mahaammad Abdusalaam Qawiyyee

Alii Umar Ahmad

Sheerif Abrahim Usoo

Muraad Yaakuub Adam

Kaliif Qaasiim Mahaammad

Mahaammad Abdoo Amiin

Abdoo Yaasiin Abdurahmaan

Ibraahim Ahmad Jamaal

Abdinuur Yaasiin Adam

Kaliifaa Huseen Abdulqaadir

Abdallaa Umar Ibraahim

Abdallaa Ibraahim Sa’id

Ibraahim Haji Husseen Waadoo

Ahmad Hasan Hajii

Jamaal Mahaammad Rashiid

Teedros Alee Warqinaa

Abduraman Abdallaa Nuur

Kaassaa Raagoo Sisaay

Dastaa Girmaa Ayyaalew

Jamaal Abdoo Hasan

Hasan Jamaal Abdallaa

Wulataa Nugus Tasfaayee

Mogas Kaasaayee Nagaash

Abdallaa Ibraahim Abdii

Abdallaa Nuraddiin Ahmad

Kaaliid Mahaammad Ibroo kanneen jedhaman duuti itti murtaa'ee dabaree warra eeggataa jirani.

Mohaammad Ahmad Shaqqaab

Abdallaa Adam Yusuuf

Abdusamad Laqii Ahmad

Abdusalaam Jamaal Mahaammad

Abdulqaadir Mahaammad Siraak

Mahaammaf Jundii Hajii

Hamzaa Hasan Umar warra murtiin du'aa itti murtaa'ee ajjeefamani.

Lammiileen Itoophiyaa murtiin du'aa itti murtaa'e kennuun jireenya fooyya'aa barbaachaaf gara Sa'udi kan imalan yammuu ta'u, daddabarsitoota namaa seeraan alaatiin baala sammuu namaa hadoochu dirqamanii akka baatan taasifamanii daangaa irratti humnoota daangaa eegdotaa Sa'ud Arabiyaatiin akka qabaman maddeen OMNtti himan.

Mootummaan Itoophiyaa akka qaqqabuuf, dhaabbileen mirga namoomaa mootummaa Sa'udii irratti akka dhiibbaa taasisanii murtichi jijjiiramu lammiileen kunneen watwaataa jiru.

Address

Aden

Telephone

+967778850741

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mahammad muusin muummee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mahammad muusin muummee:

Share