Marukaa ta fadiis

Marukaa ta fadiis Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Marukaa ta fadiis, Restaurant, القطيف, السعودية, Qatif.

08/04/2022

Yaa Rabii Gammachuu!Akkaa Nabii Yusuuf Gafaa Abba isaa
Arrgee Gammadee Saan Nuu Gammachiisi Yaa Allah

💋💔
28/11/2021

💋💔

Waan kayrii qabdu dubbifte like... sher Osoo goote kayrutuu
sif bay'aati...
Sifa Nabi Muhammad [S.A.W] Ykn Waan Isaan Ittiin
Beekkaman Gabaabseen Qabxii Waa Xiqqo Jalatti Siif Hima...
1. Nabi Muhammad S.A.W Dheeraa Wasanaa bahee miti
Gabaabaa wasanaa Bahee miti Garuu Jiddu gala (jireeysa)
Namaa ti.
2. Nabi Muhammad S.A.W Hedduu huqqataa miti Hedduu
Hin Gabbanne Garuu jiddu Jireeysa.
3. Nabi Muhammad S.A.W Diimaa Akka Dhiigaatii miti
Gurraacha Fokkataa miti Adii akka Qooshaatii miti Garuu Irra
Bareedaa Namaati.
4. Nabi Muhammad S.A.W Rifeensi Isaa Hanga Qaccee Gurraa
tti Dhaabbata.
5. Nabi Muhammad S.A.W Rifeensi Isaanii Qiciicaa miti ,
Luuccaa Laafaas miti Garuu Jiddu Jireeysa.
6. Nabi Muhammad S.A.W RifeensiAreeda Isaanii Hedduu dha
Namni Dingatatti Isaan Arke Nirifata.
7. Nabi Muhammad S.A.W yaroo Gammade Fuulli Isaanii
Akka Ji'aatti Ifa.
8. Nabi Muhammad S.A.W yaroo Aare (mufate) Fuulli Isaanii
Nijijjiirama (nigurraachoma). Garuu Yoo Diin xuqame malee
Hin Aaru.
9. Nabi Muhammad S.A.W yaroo Baay'ee Niseeqa , garuu
Hedduu Hin Haasawu.
10. Ergamaan S.A.W yaroo Haasawu Akka Namaaf Galutti
Haasawa.
11. Ergamaan S.A.W Yaroo Seequ Qarrinfoo Isaatu Mul'ata.
12. Ergamaan S.A.W Hujii Isaa Irra Baay'ee Miraan Hujjata.
13. Ergamaan S.A.W ni'maa Addunyaa rraa waa SADI haalaan
Jaalata...
1. Dubartii ykn warra Isaa.. 2. Boraatii... 3. Axira (sh*ttoo)..
14. Ergamaan S.A.W Nama hunda Biratti Dhugaa dubbachuu ,
Garaa laafuu , rakkataa Gargaaruu fi wkkf niin Beekkama.
15. Namni Ergamaa S.A.W fakkaatu Nama AFUR.
1. Faaximaa (yaroo deemtu)... 2. Hasan.. 3. Huseeyni... 4.
Mus'ab Ibnu umeeyri... Ulamaan gariin kana Caalaas
Nilakkaawan.
16. Ergamaan S.A.W Yaroo karaa Deemu Ijaan Qoma Isaati
Ilaala.
17. Ergamaan S.A.W halkan Guutuu Salaataa ti Bula , Yoo
Dadhabe taa'ee ti salaat.
18. Ergamaan S.A.W yaroo Nyaata Nyaatu Quba SADIIN
nyaata.
19. Ergamaan S.A.W Irra Bareedaa namaa ti.
20. Ergamaan S.A.W Yaroo Daa'ima Agare Wajjiin taphata,
Akkasuma ol-fuudhee ti Dhungata.
Ergamaan S.A.W kana

Address

القطيف, السعودية
Qatif
32637

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Marukaa ta fadiis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category