Ethiopia etv

Ethiopia etv Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ethiopia etv, Restaurant, مكة, السعودية, Mecca.

  jibbuun cubbuu hamaadha sababni isaasi Abbichuun nama isa jibbullee jibbee hin beeku inni firaaf alagaa osoo hin jenne...
30/03/2022

jibbuun cubbuu hamaadha sababni isaasi Abbichuun nama isa jibbullee jibbee hin beeku inni firaaf alagaa osoo hin jenne jaalaluma leellisa
👉Abbichuun abbaa jaalalaati ✔️
👉Abbichuun abbaa dhiifamaati✔️
👉Abbichuun abbaa tokkummaati ✔️

nama akka kanaa jibbuun of jibbuu dha
inaaffaan essaanuu nama hin gahu inaaffaan kaanserii dha dhukkuba fayyuu hin qabneedha garuu immoo barabaraan komii qofa leellisaa jiraachuu erra hojii gaarii hojjetanii caalanii argamuun barbaachisaa dha

👉Bara darbes komiif inaaffaa❌
👉Bara kanas komiif inaaffaa❌
👉Bara dhufus komiif inaaffaa ❌

hojiin kanuma qofa tanaan kufaatiin itti fufa
Boolla gaafa namaaf qotanu gadi fageessuun gaarii miti ofumaa itti kufuutu mala waan ta.eef ✍️ Ting of Ting

dhugaa ati qabduuf si jaallana
Hojii gaarii ati hojjettuuf si deeggarra kabaja ati biyya keetif qabduuf si kabajna
Daandiin keenya galmi keenya
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

Address

مكة, السعودية
Mecca
24231

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ethiopia etv posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category