01/10/2022
SAGALEE WAAMICHAA KAN Ustaaz RAAYYAA ABBAA MACCAA 31ffaa Hunduma isaa
https://m.youtube.com/channel/UC1IgkYawUBuCvD22B7SYlLw
☪️➰➰➰➰➰➰➰➰➰☪️
700429---Adada Mormannuun dhiibbaan nutti hammaatee Ragaan Aanoleef Calanqo otuu afaan qabaatee
700430---Allaahu yaa moowlaanaa tokkicha qindiinqabnee
700431---Bakka namaa ga'uumiti yaanni keenya akkanamaa ta'uu hawwine jireenyaan
700432---Bineensi loon isii kophaa deemtu nyaatee
700433---Biyyi keenya hundaaf walqixa silaansaa gumaata misiimaaf diinagdee siyaasaa
700434---Dhaamsi koo isin haga'u kan nadhageessanii akkan gowwoomsine jarri ilmaan keessanii
700435---Dhaloota boriitiif arruma itti haa yaannuu
700436---Dhugaadha eessattuu hojjechuun dirqamaa jireenya moohachuuf oliigad fiigamaa yeroo kam fuudhamee bultiin ijaaramaa
700437---Faaruun KanRabbiitii jalqabaa durarraa
700438---Godaansi baayyise godaannisa keenya
700439---Gumaata biyyoomaa maaliif keessaa deeynaa
700440---Haga yoomi xiqqaa guddaan nutuffataa duydi dachii keenya meeyoom nubaadhataa biyya ambaa jiraannaa ofitti qaanfataa
700441---Humni dargaggeessaa qotee waagadhaabuu
700442---Humni dargaggummaa kanbiyyaaf qabeenyaa
700443---Isinirra haajiraatuu nagaan Rabbii keenyaa Baadiyyaa magaalaa kandhihoo fageenyaa
700444---jijjiirama arra deemaa jiru keessaa meerre ummanni
700445---Kennaasaa yaadachuun Qalbiidhaa qallabaa
700446---Nama amantii dhiisetti jireenyatu ulfaataa
700447---Qabna silaa biyya akkaan badhaatee duuydi biyya keenyaa yoom takaa nubaatee
700448---Rabbii keenyaa sibbeeka waan nurakkanne dhibdee keenyaa gamtaa dhunfaan sitti himanne
700449---Rakkachuu baqatee baqatee rakkataa Rakkiniis rakkatee wajjiin dhaqee laata
700450---Risaalaa Diriirsuu ture qoonni keenyaa nu ofbiratti hidhannee qabnee birateenyaa
700451---Ummata kana Rabbumaatu arraan ga'ee
700452---Yaa Obboleeyyan keenyaa Rakkoo beelaa dheebuu uffata daartanii dhibee dhukkubaatiif wallaansa dhabdanii
🍇🍇🍇🍇
https://t.me/JaMaaL_Ib
Jemal Ibrahim Ahmed