26/08/2024
Uummanni gatii nagaa’aa waan beekuuf nagaa gaafachuu hin dhaabnee.
Qaamni ani Uummataafan dhaabbadhe, Uummataafan qabsaa’a jedhu kamuu Uummata kanaaf nagaa buusuu qaba.
Wanti Uummanni itti jiru kun Kan Uummata Salaalee qofa ta'uu hin qabu. Nagaan kan Uummata kamiituyi.
Nagaan yaa bu'u. 🤲