Metii tarrafaa lata

Metii tarrafaa lata warqii

I have reached 2K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰
17/12/2023

I have reached 2K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰

13/10/2023
01/08/2023

Gufuulee Milkaa'inaa...

1. Ofittummaa.
2. Sodaa kufaatii.
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu.
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu.
5. Jijjiirama haala jireenyaa.
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu.
7. Hanqina karoora/qarshii.
8. Ittigaafatamummaa maatii.
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu.
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu.
11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu.
12. Humna ofii ol yaaduu.
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu.
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu.
15. Sabrii dhabuu.
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu.

18/01/2023

Ananoo narra danuudha lakkaa'ee lakkooksan hin basuu garuuma atii naf goote kanan beeku kanan hin beekne farfannaa kanattii ebbiiffaama 🎸🎺🎻πŸ₯πŸ“’πŸ“–πŸ—’πŸ–πŸ“βœhttps://youtu.be/YP71WtjYlX4
Guttusaa link kanarratti argatuu

Address

Amman

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Metii tarrafaa lata posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share