Hassan Hussen

Hassan Hussen Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hassan Hussen, Restaurant, Patan.

28/11/2022

Masha Allah

28/11/2022

Fast. Secure. Powerful.

28/11/2022

Duulli Tiwiitarii haleellaa xiyyaarota waraanaa Oromiyaa irratti raawwatamaa jiru balaaleffatu boru adeemsifamuuf jedha.

Duulli kun boru galgala akka sa'aatii Itoophiyaatti sa'aatii 2 irraa jalqabee adeemsifamuuf jira.

Qindeessitoonni duula Tiwiitarii kanaa OMNf yaada kennaniin, haleellaan diroonii dabalatee xiyyaarota waraanaatiin Oromiyaa keessatti raawwatamaa jiru lubbuu lammiilee nagaa garmalee gaaga'aa jira jedhan.

Haleellaa diroonii fi xiyyaarota waraanaa birootiin godina Shawaa Lixaa aanaalee Cobii, Meettaa Walqixxee, Abunaa Gindabaratii fi kanneen biroo, godina Wallagga Lixaa magaalota Biilaa fi Mandii akkasumas aanaa Begiitti, godina Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Haagalootti, godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaallee, godina Shawaa Kaabaa aanaa Dharraa akkasumas bakkeewwan biroo Oromiyaatti raawwatameen lubbuun namoota nagaa hedduu darbuu himan.

Kana malees namoonni nagaa hedduun madaa'uu, warri madaa'es waldhaansa dhabuu qindeessitoonni duula tiwiitarii kunneen eeranii, badii guddaatu uummata Oromoo irratti raawwatamee jedhan.

Haleellaawwan dirooniitiin qe'een Oromoo hedduun barbadaa'uu himanii, humna qilleensaan ala humnoonni lafoo mootummaa fi hidhattoonni mootummaa tumsan keessattuu Faannoon namoota nagaa hedduun qe'ee ofii keessa jiraatan ajjeesuu ibsaniiru.

Uummata Oromoo irratti duulli qindaa'aan humna qilleensaa fi lafoon adeemsifamuu qindeeasitoonni duula tiwiitarii eeranii, duulli tiwiitarii kun uummata qe'ee isaatti dhumaa jiruuf sagalee ta'uu fi addunyaatti beeksisuufi jedhan.

Duula tiwiitarii kana irratti dhalattoonni Oromoo fi jaalattoonni sabichaa akkasumas quuqamtoonni mirga namoomaa dammaqinaan akka hirmaatan yaamichi dhihaateera.

11/10/2022

Ethopiya

11/10/2022

Masha Allah

11/10/2022

Araada fedhii wal-qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuu (gaasee) Akkamitti dhiisuun dandaa’ama?
1.Araadaan qabamaa jirta yoo ta’e dursitee amanuu qabda.
2. Dhiisuudhaaf fedha qabda yoo ta’e dursitee akka dhiisuu dandeessu waadaa ofiif gali.
3. Kutaa dhiqannaa fi mana fincaanii keessa turuu dhiisuu
4. Yeroo gara mana dhiqannaa deemtu muuziqaa dhaggeeffadhu. Kan amantii yoo ta’ee filatamaadha.
5. Hamma itti bartutti nama biraa wajjiin qaama dhiqachuu shaakali(Nama hedduu itti dhiyaattuufi amantu)
6. Yeroo dheeraaf mana keessa qofaa turuu dhiisuu
7. Filmii wal qunnamtii saala kakaasu ilaaluu irraa of qusadhu.
8. Hojiin ala taa’uu dhiisuu
Yoo ofiikee waan hojjettu hin qabaanne namoota biroo gargaaruu baradhu.
9.Saal qunnamtii seera qabeessa raawwadhu. Yeroo si barbaachisetti saal qunnamtii hiriyaakee( hadha manaa, ykn abbaa manaa) waliin raawwachuu hin sodaatiin.

Araadi kun sammuu dhaloota ol adeemoo hedduu mancaasaa jira!
Kanaaf of -eeggadhaa
Odeeffannoo dabalataa bifa viidiyoon argachuuf Odeeffannoo dabalataa https://t.me/hasan866366

Address

Patan
415207

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hassan Hussen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category