Coba Sammuu

Coba Sammuu Beekumsa dubbataa

Ga'uumsi kee=gahuumsa fidaGahuumsi kee=milkaa'ina fidaMilkaa'inni kee=gammaachu fidaGammachuu kee=________fidaMaal si fi...
20/09/2023

Ga'uumsi kee=gahuumsa fida
Gahuumsi kee=milkaa'ina fida
Milkaa'inni kee=gammaachu fida
Gammachuu kee=________fida
Maal si fida itti guuttadhu?

Nama ga'aa Ta'uuf Sammuu keetti fayyadamii!!
21/01/2023

Nama ga'aa Ta'uuf Sammuu keetti fayyadamii!!

Baay'ee fiigdeeKan dadhabuuGaaf bu'aa isa dhabdu.
16/01/2023

Baay'ee fiigdee
Kan dadhabuu
Gaaf bu'aa isa dhabdu.

Beekumsa dubbataa

16/01/2023

Yoo deemte gara deemtutti
Yoo beekte isa beektutti jabaadhu.
Sumatu siif Suma!!

12/01/2023

Ga'uumsa kan qabu
Gahuumsa hin dhabu
Ga'uumsa qabaadhu
Gahuumsaaf jabaadhu!!!

Address

Nazareth

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Coba Sammuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Coba Sammuu:

Share

Category