muaaz shamsu

muaaz shamsu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from muaaz shamsu, Ethiopian restaurant, jimma, Jimma.

06/05/2026
17/01/2026

የፋይናንስ እመርታ በኢትዮጵያ

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad guyyaa har’aa Sudaan keessatti karaatti nagaa buusuun danda’amurratti mari’achu...
09/07/2024

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad guyyaa har’aa Sudaan keessatti karaatti nagaa buusuun danda’amurratti mari’achuuf Sudaan seenan.
Daawwannaan bulchaa Itoophiyaa kuni erga Sudaanitti waggaa darbe waraanni eegalee as yeroo jalqabaaf kan taasifamedha.
Waajjirri Ministira Muummee Abiy Ahimad akka beeksisetti, daawwannaan isaanii kuni ''kutannoo tasgabbii Sudaaniif furmaata waaraa barbaaduu itti fufedha.’’
MM Abiy yeroo magaalaa Port Sudaan gahan Ajajaa Waraanaa Sudaaniifi bulchaa biyyattii Janaraal Abdul Fattaah al-Burhaaniin simatamaniiru.
MM Abiy dhihoo paarlaamaatti dubbii taasisaniin bulchiinsi isaanii keessoo dhimma waraana Sudaan keessaa seenuurra of qubachuu ibsaniiru.
Itoophiyaan biyyoota ollaa Sudaan baqattoonni kuma hedduu itti baqatan keessaa tokko yoo taatu ofiis walitti bu’iinsi keessaa hin caamne.
Keessumaa baha Sudaan kan Itoophiyaa daangessutti lolli babal'achuun gabaafamaa jira.
Sababa kanaan bulchiinsa Senaar kibba-baha Sudaanitti argamturraa namoonni 130,000 buqqa’uu malu jedhaniiru dhaabbileen gargaarsaa.
Waraanni Sudaan keessa adeemaa jiru lubbuu lammiilee Sudaan qofa osoo hin taane lammiilee biyyoota alaa biyyattii keessa jiraatanis balaarra buuseera.
Lammiileen Itoophiyaa keessumaa lolichi daangaa Itoophiyaatti dhihaataa jiraachuu ibsuun hawaasi idil-addunyaa akka birmatuuf waamicha taasisaniiru.
Yaaliin kana dura Sudaan keessa nagaa buusuuf qaamolee garagaraan taasifame ija hin godhanne.
Waraanni Sudaaniifi Humni Addaa Sudaan Ebla waggaa darbe eegalee Sudaaniin to'achuuf lola hammaataa taasisaa jiru.
Sababa lola kanaan namoonni miiliyoonaan lakkaa'aman yoo baqatan, kumaan kan lakkaa'aman immoo lubbuu dhabaniiru.
Lolichi biyyoota ollaa jiranif yaaddoo nageenyaa uumuun isaa ni yaadatama.

25/05/2024

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█
24/05/2024

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

Hirmaannaan dhaabbileen dhalootaan jiraatan indaastirii dhiyeessii humnaa fi telekoomii keessatti dabarsuu humna olaanaa...
18/04/2024

Hirmaannaan dhaabbileen dhalootaan jiraatan indaastirii dhiyeessii humnaa fi telekoomii keessatti dabarsuu humna olaanaa fi keebilii elektirikii oomishuuf qaban baayyee jajjabeessaadha. Raabsa humna ibsaa keessatti qaama guddaa waan ta’eef dameen kun guutummaatti deeggaramuu qaba.

Dhaabbileen biyya keessaa keenyaa indaastirii anniisaa fi telekoomii keessatti dammaqinaan hirmaachuu, keebilii dhiibbaa guddaa fi elektirikii oomishuuf arguun nama gammachiisa. Akka qaama raabsa humna ibsaa murteessaa ta’etti dameen kun mootummaa irraa deeggarsa guutuu argachuu qaba.

  mee
15/04/2024

mee

14/04/2024

Check out muee jimma’s video.

Address

Jimma
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when muaaz shamsu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to muaaz shamsu:

Share