Biqu koo Ilmaa Jirmaa

Biqu koo Ilmaa Jirmaa Hin malufii nyaatee dhuguun
Doonii gubbaa taa'e muguun

πŒπ€π€π‹πŽπŽ 𝐍𝐀𝐍 π†π€π€π“πˆπˆπGaafan dhufu fuulakeeHojii kiyya baadheeNan salphisin ati Hojiin dalagadheenMaaloo nangaatiinAdaara ya...
23/01/2023

πŒπ€π€π‹πŽπŽ 𝐍𝐀𝐍 π†π€π€π“πˆπˆπ

Gaafan dhufu fuulakee
Hojii kiyya baadhee

Nan salphisin ati
Hojiin dalagadheen

Maaloo nangaatiin
Adaara yaa rabbii koo

Keessaa tahuu barbaada
Warra milkaayaniiiiiiiiiiiiii

Miskiina dadhabduudha
Humna hinqabu aniiiiiiii
Guyyaa San nangatiiiiin
Rahiim yaarahmaaniiiii

 Salaatuuf uumamteeGaafa diddu salaatuuDuuniyaadhumarrattiSindhabu balaatuuObboleessa kiyya qaaliiOsoo sirrattin salaati...
24/12/2022



Salaatuuf uumamtee
Gaafa diddu salaatuu

Duuniyaadhumarratti
Sindhabu balaatuu

Obboleessa kiyya qaalii
Osoo sirrattin salaatin

Du'i dhufuun dirqamaa
Ofirraa salaati

Sheyixanaaf ta'uun qabdu
Ati mana fincaanii

Ofirraa miicii ka'i
Kan baasu bishaanii

Mee maal kee abdattee
Salaatuu dhiifta gurbaa

Obboleettii tiyya salaati
Atis isheen durbaa

Mee sittimuu tiruukoo
Amma waan beekamaa

Namni salaatan qabne
Ibiddaan eegamaa

Warri qabiriitti mukuu ba'an
Marrataafi jawween

Warra duuniyaatti salaatuu
sheyixanni dhowwe

Warri ganda azaba demanis
Qabamanii qoosee

Warra duuniyaa gubbaatti
Salaatatti qoosee

Gaafan salaata dhiisu
Naan jedhikaa horii

As teesseen diigiin
Manakee sa borii

Salaanni furtuudha
Bantuu hulaa jannataa

Abadan salaata malee
Namuun seenuu jannata

Garuu kan hin salaannes
Seenuudhaaf onnataa

https://youtube.com/As. Wr .wb akkaam fayyaa keessaan yaa qaaliif gagaarii nama. Mee tokkoo taane wal haa utubnuu nu'uma...
24/12/2022

https://youtube.com/

As. Wr .wb akkaam fayyaa keessaan yaa qaaliif gagaarii nama.

Mee tokkoo taane wal haa utubnuu nu'umaatii walitti aana yaa kabajaamtootaafjaalatamtoota obboolewwan koo😍

You Tube kanas haaraa baane mee namni you tube qabdaan Subscribers naaf goodha isiiniifiis nan goodha

Link isaa kanadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://youtube.com/

Rabbiif Jacha πŸ™πŸ™πŸ™

Del dine videoer med venner, familie og verden

Yaa nama Rabbitti amante ‼️ πŸ‘‰ Kaayyoo uumamteef hin irraanfatin.✍ Addunyaan gadigaloon tun siin hin taphatin. Of yaadadh...
24/12/2022

Yaa nama Rabbitti amante ‼️

πŸ‘‰ Kaayyoo uumamteef hin irraanfatin.
✍ Addunyaan gadigaloon tun siin hin taphatin. Of yaadadhu, nama itti hidhattu adda baafadhu!
Warra lixaatiin hin nyaatamin ! Ati nama Rabbitti amanu kan Nabi Muhammad (saw)hordofu malee nama imaama hin taane hordofuu miti tahuu kan kee hubadhu‼️
Guyyaan siif kenname kun carraa tahuu beekii itti fayyadami!

 πŸ‘‡βž› Osoo jaalala isaatiin qabamtee du'aas jiraattee, dhiira hin salaannetti hin heerumin.Namni waadaa Rabbiif gale diigu...
24/12/2022

πŸ‘‡

βž› Osoo jaalala isaatiin qabamtee du'aas jiraattee, dhiira hin salaannetti hin heerumin.
Namni waadaa Rabbiif gale diiguu hin saalfatin, waadaa kankees diiguu waan hin saalfanneef jecha.

Address

Hidilola

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biqu koo Ilmaa Jirmaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category