05/10/2022
♥︎Horsiisnii Lukkuu dambi Dollo (Dambi dollo Poultry Farm) Lukku gosti/sanyiin ishii killee buusuun akka addunyaatt sadarkaa jalqabaarra jirtu (saasoo ) Cuucii 1500ol fiduun ji'a lamaaf bifa ammayyaan erga guddi. Kanaaf dhaabbilee fi namni dhuunfaa kamuu gatii madaalawaan dhufee bitachuu dandeessu.
☆ Hubachiisa!
■ Lukkuu/Handaaqqoon kunniin talaallii fi yaala of eeggannoo barbaachisu hunduma fudhataniiru
■ Kanaaf dandeettiin dhukkuba of irraa ittisuu isaanii olaanaadha
■ Dandeettiin Killee/Hanqaaquu buusuu isaanii akka addunyaattii sadarka jalqabaarra jiru.
♡ODEEFFANNOO DABALATAAF
☆ Qaamaan dhuftanii daawwachuu ykn nuuf bilbiluu dandeessu
☆Teessoon keenya Ganda yabaloo naannoo kolleejji Dona)
☆ Lakk. Bilbila 0908262611