Tokkicha Warra Qulloo

Tokkicha Warra Qulloo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tokkicha Warra Qulloo, Ethiopian restaurant, Addis Ababa.

29/09/2024

Rip 😭😭😭🇸🇦🇸🇦🇪🇹
Mana Hidhaa Saudi Arabiya magala Najrani
Murtiin Du'aa irratti Murtaa'ee 47 kessa 2 ajefaman 45 Ji'a kana kessa ajefaman Sagalee hatanuf. Godina Jimma nama 6, Harargee Bahaa nama 9 Harargee Lixaa 7, Arsii Lixaa 7, Arsii Bahaa 6, Baalee 5. dhimichi dalali mesha humnan irra fiee asso deman motumma itti dhufte dalaloni bafatan miskini tahriba qabaman. mani murti suadi murti du'aa iitti murtese nama lama ajjesan torba kana. 45 ji'a kana kessaa qala*mufi me mal hagonnuu. Way hadha tana. Yada qabdan naa barreesa uuff. Oromoo Kanneen mana hidhaa
Saudi arabia naajiranitti murteen du'aa itti
Kenname keessa muraasni kunooti amma
Akka Ijolleen kun jettetti furmaanni Keenya
Haadhaaf abbaan araddarra hanga aanatti
Ol-iyyannoo mootummaa biyya Keenyatti Kan
Godhamu taanaan murtee du'aa kun gara hidhatti
Nuuf Jijjiirama Jechuun nutti himan !!
Yoo mootummaan biyya Keenyatiin furmaanni
Ni dhufaa sagalee ta'aaf rabbiin du'aa harka
Namaa jalaa haa baasuu😓
Oromoo👇
1 Kaadiir Abrahim Qanqoo
2 Abdulaziiz Ahmed Habiib
3 Alii Abdallaa Ahmed Ibrahim
4 Hiizam Ahmed Sirac jamal
5 Mahammad Sulxan Goojjam
6 Fu'ad Ibrahim Ahmed tule
7 Nuree yaasin mummee
8 Ahmed Adam Seyid
9 Abdusamad Alaqii Mahammad
10 Abdusalam jamal mahamad
11 Mahamad Ahmed Shakam Ahmed
12 Abdallaa Adam Yusuf Elemo
13 Mahammad Abdusalam Qawiyyee
14 Alii Umar Ahmed
15 Shariif Ibrahim Usso
16 Muraad Ya'aquub Adam Siyyoo
17 Kaliil Qasiim Mahammad Umar
18 Mahammad Abdo Amiin Adam
19 Abdo Yaasiin Abduraman Yusuf
20 Ibrahim Ahmed jamal Ammadii
21 Abdiinur yaasiin Adam Hassan
22 kaliifaa hussen Abdulaqadiir
23 Abdallah Umar Ibrahim
24 Abdallaa Ibrahim Seyid musxafaa
25 Ibrahim hajii husen waado
26 Hamzaa Hassan Umar hussoo
27 Ahmed Hassan Hajii Adam
28 Jamal mahamad Rashiid Adam
29 Abdulaqadiir Mahammad Siraac Abubakar
30 Mahammad Juhdii hajii Gadaa
31 Ahmed Hassan Mahammad salaah

Kanneen armaa gadii
Ijollee amaraati👇

1 Kasaa Rago
2 Dasiita girma ayalew
3 Jamal Abdo Hassan
4 Hassan jamal Abdallah
5 Walahu Nuguus Tasfaaye
6 Mogas kaseey nagaash

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokkicha Warra Qulloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tokkicha Warra Qulloo:

Share