Black tiktok.com/ Soba dubatuf jedhe Haqa hin Dhoksuu

03/12/2023

Sakawaattaa busii

Yaa Tan Nuuddeessee Umarii keee Gamadii
27/11/2023

Yaa Tan Nuuddeessee Umarii keee Gamadii

Ya Rabbii umrii naf dheresii
27/11/2023

Ya Rabbii umrii naf dheresii

Raayyaa Abbaa Maccaa 33ffaa guutuu isaa new 2020
20/11/2023

Raayyaa Abbaa Maccaa 33ffaa guutuu isaa new 2020

Namni nashiida kana YouTube irratti deebisee post godhe seeraan itti gaa...

20/11/2023

SEEKKOO OROMOO - Accountant - Oromia Media Network | LinkedIn

WhatsApp SEEKKOO OROMO - YouTube
20/11/2023

WhatsApp SEEKKOO OROMO - YouTube

Bagaya nagayan dhuftan kara YouTube SEEKKOO OROMO CHANNEL Well come You Tube SEEKKOO OROMO

مرحبا
16/10/2023

مرحبا

Maaliif Karoorii Nu Harka Faashala
20/08/2023

Maaliif Karoorii Nu Harka Faashala

Nuti hundi yaadaa muraada hawwiin eeggannu qabna. Haajaa teenya akka nuuf guutuuf Rabbii guddaa kadhachutti jirra. Wanti niyyanne akka nuuf guutamtu abdii gu...

19/08/2023

Ajajaan olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa Waraanni Bilisummaa Oromoo hidhannoo meeshaa qofa osoo hin taane hidhannoo sammuus hidhatee beekkuumsa siyaasaatiin qaramaa jira jedhan.

Ajajaan olaanaan waraanichaa Marroo Dirribaa kana kan jedhan sirna cufiinsa barnoota gahumsa hooggansa siyaasaa fi waraanaa zoonii lixaa irratti.

Waraanni Bilisummaa Oromoo kan mirga hiree murteefannaa ummata Oromoo mirkaneessuuf mootummaa Itoophiyaa wajjiin walwaraanaa jiru loltoota kaayyoo qabsoo sabichaa tarkaanfachiisan hidhannoo waraanaa fi sammuutiin leenjisaa jira.

Tibbana mooraalee leenjii dirree lixaa, bahaa fi giddugaleessatti humnoonni waraanaa haaraan hidhannoo waraanaa fi beekkumsa siyaasaatiin leenji’aa turan eebbifamanii jiru.

Eebbifamtoonni mooraa leenjii Waraana Bilisummaa Oromoo keessa bahanis dirqama qabsootiif bobbaafamuu qondaalonni waraanichaa ibsaa turani jiru.

Qondaalonni Waraana Bilisummaa Oromoo dirree lixaa sirna cufiinsa barnoota gahumsa siyaasaa fi waraanaa irratti haasaa taasisaniin, mooraa qabsoo Oromoo keessatti qondaalota afaan qawweetiin qabsaa’an qofa osoo hin taane, qabsaa’ota hidhannoo sammuutiin qabsaa’an oomishaa jirra jedhan.

Qondaalota Waraana Bilisummaa Oromoo dirree lixaa keessa Eebbisaa namni jedhamu haasaa taasiseen “kaayyoo qabsoo Oromoo galmaan gahuuf barnoonni hidhannoo sammuu fi barnoonni qondaalummaa mooraa qabsoo Oromoo sirritti barbaachisaa jedhe.

Ajajaan olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa Lammeessaa gama isaaniitiin yaada sirna cufiinsa barnoota gahumsa siyaasaa fi waraanaa kana irratti kennaniin, “qawwee dhukaasuun cinatti hidhannoo sammuu qabaachuun barbaachisaa waan ta’eef, Waraana Bilisummaa Oromoo kanaaf gahoomsaa jirra” jedhan.

Waraanni Bilisummaa Oromoo beekumsa siyaasaa fi waraanaa Oromoo, Oromummaa fi Oromiyaaf ta’u barataa jira kan jedhan ajajaan olaanaan Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa hireewwan injifannoo sababa adda addaatiin kana dura nu harkaa bahan akka hin uumamneef hidhannoo sammuu barbaachisaadha jedhan.

Waraana qawween hin jilbiifachiifnee fi beekumsa siyaasaan gahoomee horataa jiraachuu himan.

Waraanni Bilisummaa Oromoo beekkumsa siyaasaan gahoomuu qaba kan jedhan ajajaan olaanaa waraanichaa, humna waraanaa sababa qabsaa'aa jiruuf beekuu fi kaayyoo qabsoo sabaa eeguu uumaa jirra jedhan.

"Rakkoon Oromoo rakkoo dhoksanii bira darbani miti, nuti dhaloota rakkoo sanaaf furmaata barbaaduudha, dhaloota har'aa kana dhaloota kaleessa birmadummaa fi walabummaa qabu sanatti deebisuu barbaanna" jechuun Marroo Dirribaa Kaayyoo qabsoo waraanichaa ibsaniiti jiru.

Waraanni Bilisummaa Oromoo imala qabsoo jalqabe fiixaan baasuuf qabsicha jabeesse akka fufu waltajjii kana irratti kan dhaamame yoo ta’u, qabsaa’ota qabsoo irratti wareegamaniifis yaadannoon sammuu taasifamee jira.

Endereço

Blumenau, SC

Notificações

Seja o primeiro recebendo as novidades e nos deixe lhe enviar um e-mail quando Black posta notícias e promoções. Seu endereço de e-mail não será usado com qualquer outro objetivo, e pode cancelar a inscrição em qualquer momento.

Compartilhar