izatu Kalid

izatu Kalid self

21/04/2026

Srl izatu Kalid

21/01/2026

Simbirroonni gad osoo hin ilaalin ol balali'u.

Kanaafuu, ol ta'uu yoo barbaadde gad hin ilaalin.

21/01/2026

Gaafa karaa tokko siif guutu karaa biraa akka sitti hir’atu beeki!

21/01/2026

Miirrii badaan bu’aa ati hin barbaanne kan argamsiisu yoo ta’u, miirrii gaariin ammoo bu’aa ati barbaadu kan argamsiisuudha.

Urgaa RamadaanaaImaamota  Haramaa Sa'udin Addunyaa Islaamaatiif Bishaani. Achirraa Burqe Bishaan Islaamummaa Ammaallee a...
21/01/2026

Urgaa Ramadaanaa

Imaamota Haramaa

Sa'udin Addunyaa Islaamaatiif Bishaani. Achirraa Burqe Bishaan Islaamummaa Ammaallee achuma Jira. Ardii duuniyaa irraa biyyi Muslimni Jaallatu sa'udiidha. Biqill achii Margu biqila Tawhiidaafii Biqila Iimaanaati. Amma garuu fuuldurri nama sodaachisa. Rabbiin Abayaa ardii sana ittiin faayee miidhagse irraa kaasee qullaattin hambisin. Rabbiin Sammuu hoggontoota isaanii gara isaatti haadammaqsu.

Yoomillee nijaallanna, Yoomillee guddina ishee hawwina. Yoomillee Rabbiin kadhannnaaf. Osoo biyya namaa jiraachuun barbaachisees achi jiraachuu hawwina. Ulamootaa jiranu Nuuf haatiksu Ilaahiin, Kanneen hidhaatti dararamaa jiranu nuuf haaik. Negeenya Biyyattii Rabbiin haatiksu yoomillee.

kalid kaild

住所

Jima
Toba-shi, Mie
9876367

ウェブサイト

アラート

izatu Kalidがニュースとプロモを投稿した時に最初に知って当社にメールを送信する最初の人になりましょう。あなたのメールアドレスはその他の目的には使用されず、いつでもサブスクリプションを解除することができます。

事業に問い合わせをする

izatu Kalidにメッセージを送信:

ショートカット

共有する