Tokkummaa Barsiisoota Aannaa Xuulloo

Tokkummaa Barsiisoota Aannaa Xuulloo The unit of Teachers

Adeemsota kanneen tartiibaan duraa duuba isaa kanaan hordofaa yaala iddoo Ntw jiruuti.
16/08/2026

Adeemsota kanneen tartiibaan duraa duuba isaa kanaan hordofaa yaala iddoo Ntw jiruuti.

 Barsiisota Jijjiirraa Barbaadan Hundaaf:------------ BBO - Hagayya 09/2018  Barsiisotni jijjiirraa barbaadan jijjiirraa...
15/08/2026


Barsiisota Jijjiirraa Barbaadan Hundaaf:
------------
BBO - Hagayya 09/2018 Barsiisotni jijjiirraa barbaadan jijjiirraa guutuuf(iyyannoo) mosaajiin 'online'n dhiheeffachuu duraan dursee " " argachuu akka qabdan ni beekama.

Kanuma bu'uureeffachun, BBOn User Name fi Password" keessan hoggantoota Waajjira Barnootaa Godinaaleefi Bulchiinsa Magaalotaaf torban tokkoon dura raabseera.
User Name fi Passwordiin keessanis waajjira barnootaa aanaalee kan gahe ta'uu beekneera.

Haata'u malee, barsiisotni tokko tokko " akka isaan dhaqqabne ibsuun gara hoggantoota BBO dhimmichi hin ilaallannetti bilbiluun ragaa argachuuf rakkataa akka jiran hubanneera.

Kanaafuu, barsiisaan User Name fi Password" hin argatin ykn irratti sadarkaa WB Godinaa, Bul/Magaalaafi Aanaatti furmaata dhabdan qofti bilbilli isaanii asii gaditti kennaman kanneen qofa bira bilbiluun furmaata akka argattan isin beeksifna.
:-
+251 94 774 9960 - Faasikaa
+251 92 319 0980 - Jibriil
+251 91 284 6672 - Hawituu fa'a
bira bilbiluun furmaata gaafachuu ni dandeessu.

: Mosaajin jijjiirraa fedhiin iddoo duwaa funaanamaa jiru hanga 10/12/2018 waan dheerateef akkuma xumurameen kan gad-dhiisnu waan ta'eef obsaan nu eeggadhaa!

13/08/2026

Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online

Barsiisonni jijjiirraa iddoo hojii barbaaddan hundi guyyaa 08/12/2018 irraa hanga 12/12/2018 tti liinkii armaan gadii kana fayyadamuun website jijjiirraa barsiisotaaf qophaa'ee seentanii Godina ykn Aanaa barbaaddanitti fedhii keessan guuttachuu ni dandeessu.

Carraa Gaarii!

Liinkii ๐Ÿ‘‰

   !!Jijjiirraa_Barsiisotaa Karaa Online Kan Bara 2019 A.L.I Adaraa akka jala hindabarre share 1.   baname baajata qaban...
04/08/2026


!!
Jijjiirraa_Barsiisotaa Karaa Online Kan Bara 2019 A.L.I Adaraa akka jala hindabarre share
1. baname baajata qaban fi hanqina barsiisota qaban irratti hundaaโ€™uun feedhii jijjiirraa manneen barnootaa iddoo banaa qaban ni guutu.

2. Hagayya 11-16ti Moosaajiin Barsiisaaf banaa tahee barsiisaan fedhii jijjirraa ni guutu.

3.Hanga hagayya 1tti barsiisonni Waajjiraalee Barnootaa Aanaa isaanii irraa "Username fi paswad" fudhachuun wantoota jijjiirraaf barbaachisu hunda qopheeffatanii eeguu qabu.

4. Username fi Password'n barsiisoota hundi Sadarkaa Aanaatti ergamuun Waajjiraalee Barnootaa dhaqqabee jira. Kanaafuu Waajjiraaleen Barnootaa Username fi Password barsiisota qabatanii callisuu osoo hin yeroon barsiisota hunda bira gahu qabu.

Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf

Facebook gadi qabi.Kanaan achi nanargattu.

.

Beeksisa    20/11/2018Barsiisota Jijjiirraa Barbaadan Hundaaf------------Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisot...
27/07/2026

Beeksisa
20/11/2018

Barsiisota Jijjiirraa Barbaadan Hundaaf
------------
Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa moosaajiin gaggeessuu jalqabuun ni yaadatama.

Haaluma kanaan jijjiirraa ganna kana(2018) gaggeeffamus booda 'n kan gadhiisnu waan ta'eef barsiisotniifi dura bu'ootni jijjiirraa barbaadan hunduu ta'uu hubatanii gamanumaa ragaa qabdan akka qopheeffattan isin beeksifna.

:-Jijjiirraan tuttuqaa namaarraa karaa bilisa ta'een ' ' qofaan waan gaggeeffamuuf barsiisotni gara BBOfi Waajjira Barnootaa Godinaafi Aanaa hinqisaasessine jechaa akka eeggattan isin hubachiifna.

แ‹จแˆแˆญแŒซ แŒฃแ‰ขแ‹ซ แŠ แˆตแˆแŒปแˆšแ‹Žแ‰ฝ แ‰…แŒฅแˆญ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซ แ‹จแˆ›แˆ˜แˆแŠจแ‰ป แŒŠแ‹œ แˆ˜แˆซแ‹˜แˆ™แŠ• แˆตแˆˆแˆ›แˆณแ‹ˆแ‰…แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ฅแˆ”แˆซแ‹Š แˆแˆญแŒซ แ‰ฆแˆญแ‹ต 7แ‰ฐแŠ›แ‹แŠ• แŒ แ‰…แˆ‹แˆ‹ แˆแˆญแŒซ แŒแŠ•แ‰ฆแ‰ต 24 แ‰€แŠ• 2018 แ‹“.แˆ. แˆˆแˆ›แŠจแŠ“แ‹ˆแŠ• แ‰ แˆญแŠซแ‰ณ แ‹จแ‰…...
11/01/2026

แ‹จแˆแˆญแŒซ แŒฃแ‰ขแ‹ซ แŠ แˆตแˆแŒปแˆšแ‹Žแ‰ฝ แ‰…แŒฅแˆญ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซ แ‹จแˆ›แˆ˜แˆแŠจแ‰ป แŒŠแ‹œ แˆ˜แˆซแ‹˜แˆ™แŠ• แˆตแˆˆแˆ›แˆณแ‹ˆแ‰…

แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ฅแˆ”แˆซแ‹Š แˆแˆญแŒซ แ‰ฆแˆญแ‹ต 7แ‰ฐแŠ›แ‹แŠ• แŒ แ‰…แˆ‹แˆ‹ แˆแˆญแŒซ แŒแŠ•แ‰ฆแ‰ต 24 แ‰€แŠ• 2018 แ‹“.แˆ. แˆˆแˆ›แŠจแŠ“แ‹ˆแŠ• แ‰ แˆญแŠซแ‰ณ แ‹จแ‰…แ‹ตแˆ˜ แˆแˆญแŒซ แ‰ฐแŒแ‰ฃแˆซแ‰ต แŠฅแ‹ซแŠจแŠ“แ‹ˆแА แ‹ญแŒˆแŠ›แˆแข

แ‰ แˆ˜แˆ†แŠ‘แˆ แ‰ฆแˆญแ‹ฑ แˆแˆญแŒซ แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแˆแŒฝแˆ™ แŒˆแˆˆแˆแ‰ฐแŠ› แ‹จแˆแˆญแŒซ แŒฃแ‰ขแ‹ซ แˆ แˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แ‰ แŒŠแ‹œแ‹ซแ‹ŠแАแ‰ต แˆˆแˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆแˆแŒ แŒˆแˆแŒพ แ‰ณแŠ…แˆฃแˆฅ 19 แ‰€แŠ• 2018 แ‹“.แˆ แ‹จแ‰…แŒฅแˆญ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซ แˆ›แ‹แŒฃแ‰ฑ แ‹ญแ‰ณแ‹ˆแˆณแˆแกแก

แ‰ แ‹šแŠฝแˆ แˆ˜แˆ แˆจแ‰ต แ‹จแ‰…แŒฅแˆญ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซแ‹ แˆ›แˆ˜แˆแŠจแ‰ป แŒŠแ‹œ แŠฅแˆตแŠจ แŒฅแˆญ 8 แ‰€แŠ• 2018 แ‹“.แˆ แ‹จแ‰ฐแˆซแ‹˜แˆ˜ แ‰ แˆ˜แˆ†แŠ‘ แŠจแ‹šแˆ… แ‰ แ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแ‹˜แˆจแ‹˜แˆฉแ‰ตแŠ• แˆ˜แˆฅแˆแˆญแ‰ถแ‰ฝ แ‹จแˆแ‰ณแˆŸแˆ‰ แ‰ แˆแˆ‰แˆ แŠญแˆแˆŽแ‰ฝ แˆ‹แ‹ญ โ€œแ‰ แˆแˆญแŒซ แŒฃแ‰ขแ‹ซ แŠ แˆตแˆแŒปแˆšแАแ‰ตโ€ แˆ›แŒˆแˆแŒˆแˆ แ‹จแˆแ‰ตแˆแˆแŒ‰ แŠ แˆ˜แˆแŠซแ‰พแ‰ฝ แ‰ แˆ™แˆ‰แค แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‹ฉแŠ• แˆ›แˆตแˆแŠ•แŒ แˆชแ‹ซ https://nebe-election.org/recruitment แ‰ แˆ˜แŒ แ‰€แˆ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแˆ˜แ‹˜แŒˆแ‰ก แ‰ฆแˆญแ‹ฑ แ‹ซแˆณแ‹แ‰ƒแˆแข

แ‹จแˆแˆแˆ˜แˆ‹ แˆ˜แˆฅแˆแˆญแ‰ตแก-

โ€ข แ‹•แ‹ตแˆœแ‹/แ‹‹ แŠจ18 แ‹“แˆ˜แ‰ต แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆ†แА/แ‰ฝแฃ
โ€ข แ‹จแˆ›แŠ•แŠ›แ‹แˆ แ‹จแ–แˆˆแ‰ฒแŠซ แ“แˆญแ‰ฒ แŠ แ‰ฃแˆ แ‹ซแˆแˆ†แА/แ‰ฝแฃ
โ€ข แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹แŒแŒ…แ‰ตแฆ 12แŠ› แŠฅแŠ“ แŠจแ‹šแ‹ซ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆ†แА/แ‰ฝแฃ
โ€ข แ‹จแˆฅแˆซ แ‰ฆแ‰ณแฆ แ‰ฆแˆญแ‹ฑ แ‰ แˆšแ‹ซแ‰‹แ‰แˆ›แ‰ธแ‹ แ‹จแˆแˆญแŒซ แŒฃแ‰ขแ‹ซแ‹Žแ‰ฝแฃ
โ€ข แ‹จแŠญแˆแˆ‰แŠ• แ‹จแˆตแˆซ แ‰‹แŠ•แ‰‹ แˆ˜แŠ“แŒˆแˆญ แŠฅแŠ“ แˆ˜แŒปแ แ‹จแˆšแ‰ฝแˆ‰
โ€ข แ‹จแˆฅแˆซ แ‰†แ‹ญแ‰ณ แฆ แˆˆ2 แ‹ˆแˆญแฃ
โ€ข แˆดแ‰ต แŠ แˆ˜แˆแŠซแ‰พแ‰ฝ แ‹ญแ‰ แˆจแ‰ณแ‰ณแˆ‰แข

แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ฅแˆ”แˆซแ‹Š แˆแˆญแŒซ แ‰ฆแˆญแ‹ต
แ‰ณแŠ…แˆฃแˆฅ 30 แ‰€แŠ• 2018 แ‹“.แˆ
Guyyaan dabalamee waan jiruuf carraa kana yaalaa.

National Election Board of Ethiopia

09/01/2026

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนOgummaa Barsiisummaa Kabajuun
Haa Kabachiifnuu
Dhaloota Akka Abaabootti
Haa Kunuunsinuu๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน
๐ŸŒน
๐ŸŒน

09/01/2026

B๐•’๐•ฃ๐•ค๐•š๐•š๐•ค๐• ๐•ฅ๐•’ ๐•œ๐•–๐•–๐•Ÿ๐•ช๐•’ ๐•ข๐•’๐•ค๐•™๐•ฅ๐•š๐•š ๐•›๐•š๐•ฃ๐•ฃ๐•’ ๐•›๐•š๐•ฃ๐•ฅ๐•ฆ๐•ฆ
๐“ฐ๐“ช๐“ป๐“ฐ๐“ช๐“ป ๐“ซ๐“ช๐“ท๐“ท๐“ฎ๐“ฎ ๐“ญ๐“ฑ๐“ฒ๐“ฏ๐“ช๐“ถ๐“ช ๐“ด๐“พ๐“ท๐“ธ๐“ธ ๐”€๐“ช๐“ต๐“ฒ๐“ฝ๐“ฝ๐“ฒ ๐“ญ๐“ฎ๐“ฎ๐“ซ๐“ฒ๐“ท๐“ฎ๐“ฎ๐“ป๐“ป๐“ช
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

 .....๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธGuyyaan moosaajjiin jijjiirraa barsiisotaa itti banamuu beekamee jira.Jijjiirraan barsiisotaa kan raawwatamu W...
09/01/2026

.....๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธ
Guyyaan moosaajjiin jijjiirraa barsiisotaa itti banamuu beekamee jira.
Jijjiirraan barsiisotaa kan raawwatamu Waggaatti yeroo Lama yoo ta'u Seemisteera 1ffaafi 2ffaatti Akka ta'u hoogganaan BBO Obbo Bariisoo dubbatanii akka turan ni yaadatama.
Haluma kanaan Mosajiin jijjiirraa kun kan banamu Amajjii 19/2018_Amajjii 25/2018 tti yoo ta'u, yeroon kun yeroo itti jijjirraan guutamudha. barsiisotni bu'aa jijjirraa isaanii kan ilaallatan bilbiluma harka isaaniin yoo ta'u kunis Guraandhala 1/2018 ta'a.
kanaafuu barsiisotni ragaa keessan qopheeffachuun isinirraa Eegama. Ragaan sirriifii yeroo isaan kan wal simu ta'uu baannaan darbuun hin dandaa'amu.
Sababoota jijjiirraa Warreen Murteessoo ta'an tartiibaan:-
๐Ÿ‘‰1ffaa rakkoo Nageenyaa Waajira Poolisii Aanaa barsiisaa/tuun su keessa hojjettu irraa Waraqaa deeggarsaa dhiyeeffachuun dirqama.
๐Ÿ‘‰2ffaa rakkoo fayyaa boordii Hospitaalaan kan mirkaahe.
๐Ÿ‘‰3ffaa gaa'ila .
๐Ÿ‘‰4ffaa Rakkoo hawaasummaati.

kana share gochuun barsiisonni keenya ulaagaa jijjiirraan gaafatu yeroon akka qopheeffatan haa tumsinu!

:- Rakkoolee kanniin caqasaman ragaa qabatamaa yoo qabaatte dursi ni kennama.

keenyaaf carraa gaarii....๐Ÿฅฐ๐Ÿ™

Address

Go To Street Education Bearau
Hirna
GET

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokkummaa Barsiisoota Aannaa Xuulloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category