Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee

Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee, Caterer, Wachile, Addis Ababa.

  Ammayya Hawaasaf dhiyyate‎================================‎‎Hagayya 14/2018 WQHBLAW‎‎Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacil...
20/08/2026

Ammayya Hawaasaf dhiyyate
‎================================
‎
‎Hagayya 14/2018 WQHBLAW
‎
‎Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilleetti waajjira Qonna,H/Bulaa fi lafaa aanaa waacilleettin Inisheetiviin gaagura Ammayya 540 dhiyyaate aanaa yeroo dhaqabdut koree olaanoo godina I/G Siyaasa paartii badhaadhinna damee godina boorana bahaa Aab Isaaq Xachoo fi koreen aanaa jiraanitti aanaa dhaqabu isaa kan ilaalame yoo ta'uu yeroo muraasa keessat hawaasa biraa akka dhaqabu jedhame jiraa.
‎

‎𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒂𝒃𝒖𝒖!‎‎Adoolessa 27/2018 Godina Booranaa Bahaa Aanaa Waacilletti Sagantaan Dhaabii fi kunuunsa biqiltuu ashaar...
03/08/2026

‎𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒂𝒃𝒖𝒖!
‎
‎Adoolessa 27/2018 Godina Booranaa Bahaa Aanaa Waacilletti Sagantaan Dhaabii fi kunuunsa biqiltuu ashaara magariisa gaggeeffameera.
‎
‎Sagantaa dhaabii fi kunuunsa Biqiltuu ashaara magariisa sababeeffachuun dhaadannoo “Abdii dhaabuu” jedhuun sagantaan Dhaabii fi kunuunsa biqiltuu Ashaaraa Magariisaa gaggeeffameera. Sagantaan kun naannoo magariisummaa cimsuuf, bosona babal’isuuf fi jijjiirama qilleensaa ittisuuf gumaacha olaanaa kan ta'uu Bulchaan Aanaa Waacillee Obboo Rashiid Ibreen himaniiru.

‎   ! ==============================‎Adoolessa 26/2018 Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilletti hojiin kunuunsa Marraa haa...
03/08/2026

‎ ! ==============================
‎Adoolessa 26/2018 Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilletti hojiin kunuunsa Marraa haala gaariin eegalameera.
‎
‎Gareen Hogganaa Waajjira Jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina Boorana Bahaa 𝑶𝒃𝒃𝒐𝒐 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒍𝒉𝒂𝒌𝒊𝒎 𝑴𝒐𝒉𝒂𝒎𝒆𝒅 fi Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Waacillee Obboo Rashiid_Ibreen durfamani Ganda Har-Jaartee iddoo Dambalootaatti argamuun Marga Ummatni kunuunfate Beelliin akka hidhamu godhuun hojicha bifa adda ta'een eegalchiisaniiru.
‎
‎Dabalataan akka Koree kanaatti hojii tajaajila lammuummaa hojjachuun Beelii 210 Maashinaan kan hidhani yoo ta'u xummura hojii kanaatti Beeliin 10,000 Oli kufachuu kan danda'amu ta'uu himu.

Baga Gammaddan Baga Gammanne!‎🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏‎Waajjiri  Qonnaa, Horsiisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee  Raawwii Hojii  W...
28/07/2026

Baga Gammaddan Baga Gammanne!
‎🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
‎Waajjiri Qonnaa, Horsiisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee Raawwii Hojii Walii galaa bara 2018 tiin sadarkaa 2ffaa bahuun Badhaafamaa Waancaa, fi Waraqaa Ragaa ta'anii jiru.
‎Hojjattoota Waajjira Qonnaa Horsiisee Bulaa fi Lafaa fi Qooda fudhattootni hundii Baga gammaddan, Baga Gammanne!!
‎
‎
‎Jabaanne yoo Hojjanne bu'aa kan caala Galmeessuu akka dandeennu Abdii guutuu qabna.
‎

Address

Wachile
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category