Kaleesi Har'a Dhale

Kaleesi Har'a Dhale Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kaleesi Har'a Dhale, Naqamte, Addis Ababa.

Hidee Qorqoroo ykn Hidee sakaaramuu               Parti-2Hidee qorqoroo jechuun danqooroo walaalaa beekamaa nama mataa s...
02/07/2025

Hidee Qorqoroo ykn Hidee sakaaramuu
Parti-2
Hidee qorqoroo jechuun danqooroo walaalaa beekamaa nama mataa sayoo malootin deemudha.ergamaa shanee fi sayoo ilma maloo akka ta'e. Ummatni Aanaa Baatee fi Magaalaa Baatea akka beeku iccitii isaa tokkon tokkoon gadi isiniif baasuuf guyyaa Har'a kana egaleen jira. Hidee qorqoroo ykn Hidee sakaaraam ummata shanee kanaaf biyya alaa irraa ji'a ji'aan qarshii kuma dhiba tokko ol akka isaaniif ergu nama isatu baayee itti dhihaatu ragaa kana naaf kenne. Kana malees namoota aangoo irraa bu'aniif akka qarshii ergefaa ragaa sobaa ykn maqa baleesii naaf ergaa jedheffaa gaggeessitoota hojii gaarii hojeechaa jiran irratti afaan isaa banaa jira. Sareen duraanu sareedhuma waan ta'ef iyyeetuma hafa.

Gurbaa Seid Adem jedhamu kuni pagi isaatin isuma gadhiisaa ture ammas kuno fac account Baayee bannachuun Aanaa,magaalaaf...
02/08/2023

Gurbaa Seid Adem jedhamu kuni pagi isaatin isuma gadhiisaa ture ammas kuno fac account Baayee bannachuun Aanaa,magaalaafi godini akka diree jeequmsaa ta'u gochaa jira. maaf mucaa kana Seera jala olchamuudhabe.yoo mucaan kuni to'annoo seeraa jala ole male gaggeessitoota jiraaniif akka hojjii isaani seeraan hojjetan hin taasiisu.kanaaf seeri kabajamuu qaba.

06/10/2022

Darguun kufe kan Darguu Caalutu dhufe
magan Aanaa Baatee

Address

Naqamte
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaleesi Har'a Dhale posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share