imad show

imad show wa. ee kenyaa asirratti argatu

28/08/2024

Waa malee hin dhufne an gadda kessani

28/08/2024
13/03/2024
14/11/2023

Barattoota Kenya πŸ€©πŸ’―

14/11/2023

Masha allh❀❀❀

πŸ₯°πŸ₯°πŸŽπŸŽπŸ’«πŸ’«πŸ€©πŸ’―
14/11/2023

πŸ₯°πŸ₯°πŸŽπŸŽπŸ’«πŸ’«πŸ€©πŸ’―

Nabi Mohamed 🍎πŸ₯°S... A.. W
14/11/2023

Nabi Mohamed 🍎πŸ₯°S... A.. W

28/10/2023

Kennaa Rabbii # #
"Namoonni baay'een tun maseena, dhala hin qabdu jedhanii natti baacaa turan. Waggaa 25 guutuu dhala argachuuf wantin ani hin goone hin jiru. Garuu naaf hin milkoofne. Haa ta'u malee, guyyaa tokko akkan milkaa'u abdiin qaba ture." Kan jettu dubartiin Lammii Naayijeeriyaa Obianuju Anthonia Ibeanu jedhamtu daa'imman 9 yeroo tokkotti nagaan deessee namoota baay'ee dinqiidha jechisiistee jirti. Yeroo ammaa daa'imman marti isaanii, haadha dabalatee haala gaarii irra jirus jedhama.

Wanti hin dandahamne hin jiru rabbii Bira.

Address

ETHOPHI
Dhaka
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when imad show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share